Waa'ee Weebsaayitichaa

Weebsaayitichi kun kan dhunfaa kootiiti. Weebsaayitii kanarraa faayidaa garagaraa argachuu dandeessu. Faayidaalee Weebsaayitichi Kennu isa jedhu cuqaasun laaluu dandeessu.

Oromummaan Bar Midhagummaadha. Aadaa Ofii Baruun Immoo Waan Guddaadha.

Weebsaayitii Kanarratti Maal Faa Hojjachuu Dandeenya?

Gaafiwwan garagaraa hojjachuun dandeetti qubee afaan Oromoo dogongora tokko malee bareessuu ni horanna. Walaloo mataa keenyaa barreessuun dandeetti walaloon waan keessa keenya jiru ibsuu ni horanna..., k.k.f waan heddu hojjachuu dandeenya.